Baʼuu 33:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yihowaan Musee kan haasofsiisu, akkuma namni tokko nama kan biraa haasofsiisutti fuulaa fuulatti ture.+ Yommuu inni gara buufatichaatti deebiʼu, Iyyaasuun+ ilmi Nuun inni tajaajilaa fi gargaaraa+ isaa taʼe dunkaanicha biraa hin deemu ture. Keessa Deebii 34:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Haa taʼu malee, raajiin kan akka Musee Yihowaan fuulaa fuulatti beeke+ sana booda matumaa Israaʼel keessatti hin kaane.+
11 Yihowaan Musee kan haasofsiisu, akkuma namni tokko nama kan biraa haasofsiisutti fuulaa fuulatti ture.+ Yommuu inni gara buufatichaatti deebiʼu, Iyyaasuun+ ilmi Nuun inni tajaajilaa fi gargaaraa+ isaa taʼe dunkaanicha biraa hin deemu ture.
10 Haa taʼu malee, raajiin kan akka Musee Yihowaan fuulaa fuulatti beeke+ sana booda matumaa Israaʼel keessatti hin kaane.+