3 Goraadeedhaan akka dhumnuuf Yihowaan gara biyya kanaatti kan nu fide maaliifi?+ Haadhotiin manaa keenyaa fi ijoolleen keenya ni boojiʼamu.+ Gara biyya Gibxiitti utuu deebinee nuuf hin wayyuu?”+
39 Kana malees, ijoolleen keessan warri isin akka saamaman dubbattanii+ fi ilmaan keessan warri harʼa gaarii fi hamaa hin beekne ishiitti ni galu; anis akka dhaalaniif biyyattii isaaniif nan kenna.+