10 Boodas ilmaan Aaron kan taʼan Naadaabii fi Abihuun+ qodaa ibiddaa fuudhanii ibidda erga itti naqanii booda ixaana+ isa irra kaaʼan. Achiis Yihowaa duratti ibidda isa hin heyyamamne,+ jechuunis isa inni akka raawwatan isaan hin ajajne dhiheessuu jalqaban.