-
Leewwota 25:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Dambiiwwan koo hojii irra yoo oolchitanii fi heerawwan koo yoo eegdan tasgabbiidhaan biyyattii keessa ni jiraattu.+
-
-
Keessa Deebii 30:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Waaqni kee Yihowaan gara biyya abbootiin kee dhaalaan fudhatanitti si deebisa; atis isa ni dhaalta; innis abbootii kee caalaa badhaadhaa si godha, si baayʼisas.+
-