Abbootii Murtii 2:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Akka kanaan isaan Yihowaa isa Waaqa abbootii isaanii taʼee fi biyya Gibxii keessaa isaan baase ni dhiisan.+ Akkasumas waaqolii kan biroo, jechuunis waaqolii saboota naannoo isaaniitti argamanii duukaa buʼan;+ isaaniif sagaduudhaanis Yihowaa ni dheekkamsiisan.+ Abbootii Murtii 2:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Dhuma irrattis dheekkamsi Yihowaa Israaʼel irratti ni bobaʼe;+ innis akkana jedhe: “Sabni kun kakuu koo isa ani akka eegan abbootii isaanii ajaje waan cabseef,+ anaafis ajajamuu waan dideef,+
12 Akka kanaan isaan Yihowaa isa Waaqa abbootii isaanii taʼee fi biyya Gibxii keessaa isaan baase ni dhiisan.+ Akkasumas waaqolii kan biroo, jechuunis waaqolii saboota naannoo isaaniitti argamanii duukaa buʼan;+ isaaniif sagaduudhaanis Yihowaa ni dheekkamsiisan.+
20 Dhuma irrattis dheekkamsi Yihowaa Israaʼel irratti ni bobaʼe;+ innis akkana jedhe: “Sabni kun kakuu koo isa ani akka eegan abbootii isaanii ajaje waan cabseef,+ anaafis ajajamuu waan dideef,+