4 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Kunoo, ani samii irraa daabboo isiniif nan roobsa;+ sabichi tokkoon tokkoon isaanii gad baʼanii guyyaa guyyaadhaaf hamma isaan gaʼu walitti haa qabatan;+ kanaanis isaan seera kootiin deemuu fi dhiisuu isaanii nan qora.+