Baʼuu 32:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yihowaan itti fufuudhaan Museedhaan akkana jedhe: “Sabni kun didaa* taʼuu isaa ani argeera.+ Faarfannaa 78:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Sana booda isaan akka abbootii isaanii,Dhaloota didaa fi fincilaa,+Dhaloota garaan isaa walaallammii taʼe,*+Isa hafuurri isaa Waaqayyoof amanamaa hin taane hin taʼan.
8 Sana booda isaan akka abbootii isaanii,Dhaloota didaa fi fincilaa,+Dhaloota garaan isaa walaallammii taʼe,*+Isa hafuurri isaa Waaqayyoof amanamaa hin taane hin taʼan.