Uumama 11:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yihowaan qooqa guutummaa lafaa kan waliin dhaʼee fi Yihowaan guutummaa lafaa irratti kan isaan faffacaase bakka sana irraa waan taʼeef, bakki sun Baabel*+ jedhame.
9 Yihowaan qooqa guutummaa lafaa kan waliin dhaʼee fi Yihowaan guutummaa lafaa irratti kan isaan faffacaase bakka sana irraa waan taʼeef, bakki sun Baabel*+ jedhame.