Keessa Deebii 7:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Kanaa mannaa, Yihowaan mana garbummaa fi humna* Faraʼoon mootii Gibxii jalaa isin furuuf+ harka jabaadhaan kan isin baase, Yihowaan waan isin jaallateef, kakuu abbootii keessaniif kakates waan eegeef ture.+ Hoseʼaa 11:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 “Israaʼel yommuu ijoollee turetti ani isa nan jaalladhe,+Ilma koo Gibxii keessaa nan waame.+
8 Kanaa mannaa, Yihowaan mana garbummaa fi humna* Faraʼoon mootii Gibxii jalaa isin furuuf+ harka jabaadhaan kan isin baase, Yihowaan waan isin jaallateef, kakuu abbootii keessaniif kakates waan eegeef ture.+