-
Iyyaasuu 17:17, 18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Kanaafuu, Iyyaasuun mana Yoseefiin, jechuunis Efreemii fi Minaaseedhaan akkana jedhe: “Isin saba hedduu fi humna guddaa qabu dha. Isin kan argattan carraa tokko qofa miti;+ 18 kanaa mannaa, naannoon gaarotaas kan keessan ni taʼa.+ Iddoon isaa bosona taʼus, bosonicha ni cirtu; innis fiixee naannoo keessanii ni taʼa. Kanaʼaanonni ciccimoo fi gaariiwwan fardaa waraanaa haamtuu sibiilaa qaban* kan qaban taʼanis isin isaan ni ariitu.”+
-