Isaayyaas 44:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yihowaan inni si uume,Inni si tolche,+Inni yeroo gadameessa keessa turte irraa* jalqabee si gargaare akkana jedha: ‘Yaa tajaajilaa koo Yaaqoob,Yaa Yeshuurun*+ isan filadhe nana, hin sodaatin.+
2 Yihowaan inni si uume,Inni si tolche,+Inni yeroo gadameessa keessa turte irraa* jalqabee si gargaare akkana jedha: ‘Yaa tajaajilaa koo Yaaqoob,Yaa Yeshuurun*+ isan filadhe nana, hin sodaatin.+