-
Baʼuu 19:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Yihowaanis Museedhaan, “Yeroo ani sii wajjin dubbadhu sabichi akka dhagaʼuuf, akkasumas yeroo hundumaa si irrattis amantii akka qabaatuuf, kunoo, ani duumessa gurraacha keessa gara kee nan dhufa” jedhe. Achiis Museen wanta sabichi dubbate Yihowaatti hime.
-