Baʼuu 22:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 “Waaqayyoon hin abaarin;+ geggeessaa* saba kee gidduu jirus hin abaarin.+ Leewwota 19:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Isin maqaa kootiin sobaan kakattanii+ maqaa Waaqa keessanii hin xureessinaa. Ani Yihowaa dha.