Baʼuu 13:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yihowaan gara biyya Kanaʼaanotaa, Heetotaa, Amoorotaa, Hiiwotaa fi Yebuusotaa+ isa abbootii keetiif kennuuf kakatetti,+ jechuunis gara biyya aannanii fi damma maddisiistutti+ yommuu si galchu, jiʼa kanatti ayyaana kana kabajuu qabda. Keessa Deebii 1:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Kunoo, ani biyyattii isin fuuldura kaaʼeera. Seenaatii biyyattii ishii Yihowaan abbootii keessan Abrahaam, Yisihaaqii+ fi Yaaqoobiif,+ akkasumas sanyii isaanii warra isaan booda dhufaniif kennuuf kakate dhaalaan fudhadhaa.’+
5 Yihowaan gara biyya Kanaʼaanotaa, Heetotaa, Amoorotaa, Hiiwotaa fi Yebuusotaa+ isa abbootii keetiif kennuuf kakatetti,+ jechuunis gara biyya aannanii fi damma maddisiistutti+ yommuu si galchu, jiʼa kanatti ayyaana kana kabajuu qabda.
8 Kunoo, ani biyyattii isin fuuldura kaaʼeera. Seenaatii biyyattii ishii Yihowaan abbootii keessan Abrahaam, Yisihaaqii+ fi Yaaqoobiif,+ akkasumas sanyii isaanii warra isaan booda dhufaniif kennuuf kakate dhaalaan fudhadhaa.’+