Baʼuu 33:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Ani maleekaa tokko si dura nan erga;+ Kanaʼaanota, Amoorota, Heetota, Pheriizota, Hiiwotaa fi Yebuusota achi keessaa nan ariʼa.+ Iyyaasuu 3:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Itti fufuudhaanis akkana jedhe: “Isin Waaqni jiraataan isin gidduu akka jiru,+ akkasumas mamii tokko malee Kanaʼaanota, Heetota, Hiiwota, Pheriizota, Girgaashota, Amoorotaa fi Yebuusota isin duraa akka ariʼu kanaan ni beektu.+
2 Ani maleekaa tokko si dura nan erga;+ Kanaʼaanota, Amoorota, Heetota, Pheriizota, Hiiwotaa fi Yebuusota achi keessaa nan ariʼa.+
10 Itti fufuudhaanis akkana jedhe: “Isin Waaqni jiraataan isin gidduu akka jiru,+ akkasumas mamii tokko malee Kanaʼaanota, Heetota, Hiiwota, Pheriizota, Girgaashota, Amoorotaa fi Yebuusota isin duraa akka ariʼu kanaan ni beektu.+