-
Baʼuu 17:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Yihowaanis Museedhaan, “‘Ani yaadannoo Amaaleq samii jalaa guutummaatti haxaaʼee nan balleessa’+ jedhiitii akka yaadannootti kitaaba keessatti barreessi, Iyyaasuuttis himi” jedhe.
-
-
Faarfannaa 9:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Saboota ifatteetta,+ hamootas balleessiteetta,
Maqaa isaanii baraa hamma bara baraatti haqxeetta.
-