1 Mootota 8:56 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 56 “Yihowaan inni akkuma abdachiisetti saba isaa Israaʼeliif bakka boqonnaa kenne haa jajamu.+ Waadaa gaarii inni karaa tajaajilaa isaa Musee gale hunda keessaa jechi tokko illee utuu hin raawwatamin hin hafne.+ 1 Seenaa Baraa 23:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Daawitis akkana jedhee ture: “Yihowaan Waaqni Israaʼel saba isaatiif boqonnaa kenneera;+ inni bara baraaf Yerusaalem keessa ni jiraata.+
56 “Yihowaan inni akkuma abdachiisetti saba isaa Israaʼeliif bakka boqonnaa kenne haa jajamu.+ Waadaa gaarii inni karaa tajaajilaa isaa Musee gale hunda keessaa jechi tokko illee utuu hin raawwatamin hin hafne.+
25 Daawitis akkana jedhee ture: “Yihowaan Waaqni Israaʼel saba isaatiif boqonnaa kenneera;+ inni bara baraaf Yerusaalem keessa ni jiraata.+