Maatewos 5:48 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 48 Akkuma Abbaan keessan inni samii mudaa kan hin qabne* taʼe, isinis mudaa kan hin qabne taʼaa.+ 2 Pheexiros 3:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Kanaafuu, yaa obboloota jaallatamo, wantoota kana eeggachaa waan jirtaniif, dhuma irratti isa duratti xurii fi mudaa kan hin qabne taatanii nagaadhaan argamuuf+ wanta isiniif dandaʼame hunda godhaa.
14 Kanaafuu, yaa obboloota jaallatamo, wantoota kana eeggachaa waan jirtaniif, dhuma irratti isa duratti xurii fi mudaa kan hin qabne taatanii nagaadhaan argamuuf+ wanta isiniif dandaʼame hunda godhaa.