-
Lakkoofsa 24:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Ani isa nan ilaala, garuu amma miti;
Ani isa nan arga; garuu yeroo dhihootti miti.
-
-
Hojii Ergamootaa 7:37Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
37 “Museen inni ilmaan Israaʼeliin, ‘Waaqayyo obboloota keessan gidduudhaa raajii akka kootii isiniif ni kaasa’ jedhes isuma kana dha.+
-