-
Baʼuu 20:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Kanaafuu isaan Museedhaan, “Ati nuu wajjin dubbadhu; nutis ni dhageenya; garuu akka nuti sodaadhaan hin duuneef, Waaqayyo akka nutti dubbatu hin godhin” jedhan.+
-