-
Lakkoofsa 31:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Haa taʼu malee, Israaʼelonni dubartootaa fi ijoollee Miidiyaan boojiʼanii fudhatan. Kana malees, isaan bushaayeewwan isaanii hundumaa, beeladoota isaanii hundumaa fi qabeenya isaanii hundumaa ni saaman.
-
-
Keessa Deebii 20:13, 14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Waaqni kee Yihowaanis dhugumaan harka keetti dabarsee ishii ni kenna; atis dhiira ishii keessatti argamu hundumaa goraadeedhaan rukuti. 14 Taʼus, wanta magaalattii keessaa boojite hundumaa, jechuunis dubartoota, daaʼimman, horii qeʼee fi wanta ishii keessatti argamu hundumaa saamtee fudhachuu ni dandeessa;+ wanta diinota kee irraa boojitee fi Waaqni kee Yihowaan siif kennes ni nyaatta.+
-