-
Ermiyaas 22:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Nama qajeelummaa dabsuudhaan mana ijaarratuuf,
Haqa jalʼisuudhaanis kutaawwan fooqii irraa ijaarratuuf,
Nama tolaan nama kan biraa hojjechiifatuuf,
Isa mindaa isaa kaffaluu diduufis, wayyoo!+
-
-
Maatewos 20:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 “Yommuu dhihus gooftaan maasii wayinii sanaa itti gaafatamaa hojjettootaatiin, ‘Hojjettoota waamiitii isa dhuma irratti mindeeffame irraa jalqabiitii hamma isa dura mindeeffameetti mindaa isaanii isaaniif kaffali’+ jedhe.
-