-
Keessa Deebii 4:33, 34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Sabni akka ati dhageessetti sagaleen Waaqayyoo ibidda keessaa yommuu dubbatu dhagaʼee lubbuudhaan oole kan biraan jiraa?+ 34 Yookiin Waaqni keessan Yihowaan biyya Gibxii keessatti ijuma keessan duratti akka isiniif godhetti, murtiiwwaniin, mallattoowwaniin, dinqiiwwaniin,+ waraanaan,+ harka jabaadhaan,+ irree diriirfameen, akkasumas gochawwan sodaachisoo taʼaniin+ saboota kaan keessaa ofii isaatiif saba tokko fudhachuuf yaadee beekaa?
-