-
Hisqiʼel 12:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Namoota biyyattiitiin akkana jedhi: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan jiraattota Yerusaalem warra biyya Israaʼel keessa jiraniin akkana jedha: “Jalʼina warra ishii keessa jiraatan hundumaatiin kan kaʼe+ biyyi isaanii guutummaatti ona waan taatuuf,+ isaan nyaata isaanii dhiphinaan nyaatu, bishaan isaaniis sodaadhaan dhugu.
-