Keessa Deebii 13:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yihowaan akkuma abbootii keetiif kakatetti,+ aarii isaa isa bobaʼaa irraa akka deebiʼuuf, araaraa fi gara laafina akka sitti argisiisuuf, akkasumas akka si baayʼisuuf harki kee wanta badiisaaf adda baafame* tokko illee hin fudhatin.+
17 Yihowaan akkuma abbootii keetiif kakatetti,+ aarii isaa isa bobaʼaa irraa akka deebiʼuuf, araaraa fi gara laafina akka sitti argisiisuuf, akkasumas akka si baayʼisuuf harki kee wanta badiisaaf adda baafame* tokko illee hin fudhatin.+