Uumama 23:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Saaraan Qiriyaat Arbaa,+ jechuunis Kebroon+ ishii biyya Kanaʼaan+ keessatti argamtutti ni duute; Abrahaamis Saaraadhaaf gadduu fi booʼuu jalqabe. Lakkoofsa 13:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yommuu gara Negeebitti ol baʼanis, gara Kebroon+ ishii Ahimaan, Sheshaayii fi Taalmaay+ warri Anaaqim+ taʼan keessa jiraachaa turanii ni dhufan. Kebroon kan ijaaramte, Zoʼaan ishiin Gibxii ijaaramuu ishii waggaa torba dura ture.
2 Saaraan Qiriyaat Arbaa,+ jechuunis Kebroon+ ishii biyya Kanaʼaan+ keessatti argamtutti ni duute; Abrahaamis Saaraadhaaf gadduu fi booʼuu jalqabe.
22 Yommuu gara Negeebitti ol baʼanis, gara Kebroon+ ishii Ahimaan, Sheshaayii fi Taalmaay+ warri Anaaqim+ taʼan keessa jiraachaa turanii ni dhufan. Kebroon kan ijaaramte, Zoʼaan ishiin Gibxii ijaaramuu ishii waggaa torba dura ture.