2 Saamuʼel 1:17, 18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Achiis Daawit Saaʼolii fi ilma isaa Yonaataaniif faaruu gaddaa kana faarfate;+ 18 namoonni Yihudaas faaruu gaddaa, “Iddaa” jedhamuu fi kitaaba Yaashaar+ irratti barreeffame akka baratan ni ajaje:
17 Achiis Daawit Saaʼolii fi ilma isaa Yonaataaniif faaruu gaddaa kana faarfate;+ 18 namoonni Yihudaas faaruu gaddaa, “Iddaa” jedhamuu fi kitaaba Yaashaar+ irratti barreeffame akka baratan ni ajaje: