-
Keessa Deebii 3:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Ruubenotaa fi Gaadotaaf+ immoo Giiliyaad irraa jalqabee hamma Sulula* Arnoonitti nan kenne. Walakkaan sululichaas daangaa isaa ture. Kana malees hamma Yaaboq, jechuunis hamma sulula daangaa Amoonotaa taʼe sanaatti, 17 Arabaa fi Yordaanos, akkasumas daangaa sana, Kinereet irraa hamma Galaana Arabaatti, jechuunis hamma Galaana Soogiddaa* isa kallattii bahaatiin irraan gadee Phisgaa jalatti argamu sanaatti isaaniif nan kenne.+
-
-
Yohaannis 6:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Kana booda Yesuus Galaana Galiilaa isa Xiberiyaas jedhamu gamatti ceʼe.+
-