-
Keessa Deebii 10:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 “Waaqa kee Yihowaa sodaadhu, isa tajaajili,+ isatti maxxani, maqaa isaatiinis kakadhu.
-
-
Iyyaasuu 22:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Haa taʼu malee, Waaqa keessan Yihowaa jaallachuudhaan,+ daandiiwwan isaa hundumaa irra deddeebiʼuudhaan,+ ajajawwan isaa eeguudhaan,+ isatti maxxanuudhaan,+ akkasumas garaa keessan guutuu fi lubbuu* keessan guutuudhaan+ isa tajaajiluudhaan,+ ajajaa fi Seera Museen inni tajaajilaa Yihowaa taʼe isiniif kenne+ of eeggannoodhaan hojii irra oolchuu hin dagatinaa.”
-