-
Lakkoofsa 22:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Baalaaq+ ilmi Ziphoor wanta Israaʼel Amoorota irratti raawwate hundumaa ni arge;
-
-
Keessa Deebii 23:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 “Namni biyya Amoon yookiin namni biyya Moʼaab gara gumii Yihowaatti hin seenin.+ Hamma dhaloota kurnaffaatti illee sanyii isaanii keessaa eenyu iyyuu matumaa gara gumii Yihowaatti hin seenin. 4 sababiin isaas, isaan yommuu isin biyya Gibxii keessaa baatanii deemaa turtanitti nyaataa fi bishaan isiniif kennuudhaan isin hin gargaarre;+ akkasumas Bala’aam ilmi Be’or inni nama biyya Phetoor ishii Mesophotaamiyaa taʼe akka si abaaru sitti bitaniiru.+
-