Keessa Deebii 26:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Daandiiwwan isaa irra yoo deemte, dambiiwwan+ isaa, ajajawwan+ isaa fi heerawwan+ isaa yoo eegde, akkasumas sagalee isaa yoo dhageesse Yihowaan Waaqa kee akka taʼe harʼa si beeksiseera. Iyyaasuu 24:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Ammas Yihowaa tajaajiluun hamaa taʼee yoo isinitti mulʼate, waaqolii abbootiin keessan Lagicha* gamatti+ tajaajilan yookiin waaqolii Amoorotaa warra isin biyya isaanii keessa jiraachaa jirtan+ kanaa keessaa isa kam akka tajaajiltan harʼa filadhaa.+ Anii fi maatiin koo garuu Yihowaa tajaajilla.”
17 Daandiiwwan isaa irra yoo deemte, dambiiwwan+ isaa, ajajawwan+ isaa fi heerawwan+ isaa yoo eegde, akkasumas sagalee isaa yoo dhageesse Yihowaan Waaqa kee akka taʼe harʼa si beeksiseera.
15 Ammas Yihowaa tajaajiluun hamaa taʼee yoo isinitti mulʼate, waaqolii abbootiin keessan Lagicha* gamatti+ tajaajilan yookiin waaqolii Amoorotaa warra isin biyya isaanii keessa jiraachaa jirtan+ kanaa keessaa isa kam akka tajaajiltan harʼa filadhaa.+ Anii fi maatiin koo garuu Yihowaa tajaajilla.”