8 Isaan guutummaa sabichaa dhaqna qabanii yommuu xumuranitti, hamma isaan fayyanitti buufaticha keessa bakkuma jiran ni turan.
9 Achiis Yihowaan Iyyaasuudhaan, “Harʼa ani arrabsoo Gibxii isin irraa gangalcheera” jedhe. Kanaan kan kaʼes, maqaan iddoo sanaa hamma harʼaatti Gilgaal+ jedhamee waamama.