-
Abbootii Murtii 2:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Kanaafuu, Yihowaan abbootii murtii harka warra isaan saamanii irraa isaan oolchan isaaniif ni kaasa ture.+
-
-
Nahimiyaa 9:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Kanaan kan kaʼes, ati harka diinota isaanii warra isaan dhiphisanitti dabarsitee isaan kennite.+ Isaan yeroo dhiphatanitti garuu gara keetti ni iyyatan;+ atis samii keessaa isaan ni dhageesse; gara laafina kee isa guddaa irraa kan kaʼes, warra harka diinota isaanii jalaa isaan oolchan isaaniif ni kennite.+
-