-
Abbootii Murtii 14:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Yommuu isa arganis akka isaa wajjin taʼaniif miinjota* 30 ni fidan.
-
-
Abbootii Murtii 15:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Yeroo muraasa booda yeroo qamadiin itti sassaabamutti Saamson xobbaallaa reʼee tokko qabatee haadha manaa isaa gaafachuu dhaqe. Achiis, “Gara kutaa ciisichaa* haati manaa tiyya keessa jirtuutti seenuun barbaada” jedhe. Abbaan ishii garuu akka seenu isaaf hin heyyamne. 2 Abbaan ishii, “Ani, ‘Dhugumaan ishii jibbiteetta’+ jedheen yaade. Kanaafuu, miinjee keetiifan ishii kenne.+ Obboleettiin ishii ishiin quxisuun ishii caalaa bareeddi mitii? Maaloo, bakka ishii ishii fuudhi” isaan jedhe.
-