-
Abbootii Murtii 18:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Kanaafuu, namoonni shanan sun deemsa isaanii itti fufanii gara Laaʼish+ dhufan. Isaanis namoonni achi keessa jiraatan akkuma Siidoonotaa of dandaʼanii jiraachaa akka jiran argan. Isaan tasgabbiidhaan, akkasumas utuu homaa hin shakkin+ kan jiraatan yeroo taʼu, bulchaan biyyattii weeraree isaan cunqursus hin jiru ture. Isaan Siidoonota irraa fagaatanii jiraatu turan; eenyuu wajjin iyyuu walitti dhufeenya hin qaban turan.
-