-
Iyyaasuu 19:49, 50Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
49 Akka kanaan, biyyattii akka naannoowwan ishiitti akka dhaalaatti hiruu isaanii ni xumuran. Achiis Israaʼelonni gidduu isaaniitti Iyyaasuu ilma Nuuniif dhaala ni kennan. 50 Isaan akka ajaja Yihowaatti naannoo gaarotaa Efreem keessatti magaalaa inni gaafate, jechuunis Timnaat Seeraa+ isaaf ni kennan; innis magaalattii ijaaree ishii keessa jiraate.
-