-
Leewwota 26:37Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
37 Namni tokko illee utuu isaan hin ariʼin akka namoota goraadee jalaa baqataniitti wal guggufachiisu. Diinota keessan dura dhaabbachuu hin dandeessan.+
-
-
Keessa Deebii 28:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 “Haa taʼu malee, ajajawwanii fi dambiiwwan isaa warra ani harʼa si ajaju kana hundumaa eeguu dhiisuudhaan sagalee Waaqa kee Yihowaa dhagaʼuu yoo didde, abaarsawwan kun baayʼinaan si irra ni gaʼu:+
-