Keessa Deebii 32:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Yihowaan saba isaatiif murtii ni kenna;+Inni humni isaanii akka laafe,Warri gargaarsa hin qabnee fi warri dadhaboon qofti akka hafanis yommuu argutti,Tajaajiltoota isaatiif ni gadda.*+ Faarfannaa 106:45 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 45 Isaaniif jedhee kakuu isaa ni yaadata,Jaalala isaa isa amanamaa isa guddaa* taʼeen kakaʼees isaaniif ni gadda ture.*+
36 Yihowaan saba isaatiif murtii ni kenna;+Inni humni isaanii akka laafe,Warri gargaarsa hin qabnee fi warri dadhaboon qofti akka hafanis yommuu argutti,Tajaajiltoota isaatiif ni gadda.*+
45 Isaaniif jedhee kakuu isaa ni yaadata,Jaalala isaa isa amanamaa isa guddaa* taʼeen kakaʼees isaaniif ni gadda ture.*+