-
1 Saamuʼel 5:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Namoonni Ashdood wanta raawwatame yommuu argan, “Harki isaa nuu fi waaqa keenya Daagoniin waan miidheef, Taabonni Waaqa Israaʼel nu bira akka turu hin godhinaa” jedhan.
-