-
1 Saamuʼel 6:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Taabota Yihowaa fuudhaatii gaarii sana irra kaaʼaa; fakkeenyota warqii irraa hojjetamanii fi aarsaa yakkaa gootanii isaaf ergitan sanas saanduqa tokko keessa godhaatii taaboticha bira kaaʼaa.+ Sana booda daandii isaa irra buusaa ergaa; 9 achiis hordofaa; Taabotichi daandii gara biyya isaa Beet Sheemeshitti+ geessu irra yoo ol baʼe, Waaqa Israaʼeltu balaa guddaa kana nu irratti fide jechuu dha. Taʼuu baannaan garuu, kun akkuma carraa nu irra gaʼe malee, kan nu rukute harka isaa akka hin taane kanaan ni beekna.”
-