-
1 Saamuʼel 10:26, 27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Saaʼolis loltoota Yihowaan garaa isaanii kakaasee wajjin gara mana isaa isa Gibeʼaatti argamuu ni deeme. 27 Namoonni gatii hin qabne tokko tokko garuu, “Kun akkamitti nu oolchuu dandaʼa?” jedhan.+ Kanaafuu, isa ni tuffatan; kennaa tokko illees isaaf hin finne.+ Inni garuu waaʼee kanaa homaa hin dubbanne.*
-