55 Saaʼol Daawit Filisxeemicha waraanuuf deemuu isaa yommuu argu, Abneer+ isa ajajaa raayyaa waraanaa taʼe, “Abneer, mucaan kun kan eenyuu ti?”+ jedhee gaafate. Abneeris deebisee, “Yaa mootii, lubbuu kee isa jiraataadhaan nan kakadha, ani hin beeku!” isaan jedhe.