-
1 Saamuʼel 15:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Saamuʼel garuu, “Akkuma goraadee keetiin kan kaʼe dubartoonni ijoollee malee hafan sun gaddan, haati tees ijoollee malee haftee dubartoota hundumaa caalaa ni gadditi” isaan jedhe. Sana booda Saamuʼel Gilgaalitti Yihowaa duratti Agaagiin ni kukkute.+
-