1 Saamuʼel 17:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Daawitis namoota isa bira dhaabbataniin, “Nama Filisxeemicha sana ajjeesee, Israaʼel irraa arrabsoo balleessuuf maaltu godhama? Filisxeemichi dhaqna hin qabannee fi loltoota Waaqa isa jiraataatti qoosu* kun eenyu?”+ jedhe. 2 Mootota 19:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Ati kan itti qoostee fi kan arrabsite eenyuuni?+ Sagalee kee kan ol kaaste eenyu irratti?+ Of jajuudhaanis kan ilaalte eenyuuni? Isa Qulqulluu kan Israaʼeli!+
26 Daawitis namoota isa bira dhaabbataniin, “Nama Filisxeemicha sana ajjeesee, Israaʼel irraa arrabsoo balleessuuf maaltu godhama? Filisxeemichi dhaqna hin qabannee fi loltoota Waaqa isa jiraataatti qoosu* kun eenyu?”+ jedhe.
22 Ati kan itti qoostee fi kan arrabsite eenyuuni?+ Sagalee kee kan ol kaaste eenyu irratti?+ Of jajuudhaanis kan ilaalte eenyuuni? Isa Qulqulluu kan Israaʼeli!+