-
1 Saamuʼel 16:6, 7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Yommuu isaan achi gaʼanis, Saamuʼel Eeliyaabiin+ argee, “Dhugumaan, inni Yihowaan filate isa kana dha” jedhe. 7 Yihowaan garuu Saamuʼeliin, “Ani waanan isa tuffadheef, bifa isaa fi dheerina isaa hin ilaalin.+ Waaqayyo kan ilaalu akka namni ilaalutti miti; sababiin isaas, namni wanta alaan mulʼatu ilaala; Yihowaan garuu garaa namaa ilaala”+ jedhe.
-