-
1 Saamuʼel 24:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Mootiin Israaʼel anaan ariʼaa? Ofii ani maali dha? Ani akkuma saree duʼee ti. Ani akkuma tafkii ti.+
-
-
2 Mootota 8:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Hazaaʼelis, “Ani tajaajilaan kee saree dha; akkamittan wanta akkanaa raawwachuu dandaʼa?” jedhe. Eelsaaʼi garuu, “Ati Sooriyaa irratti mootii akka taatu Yihowaan natti argisiiseera” isaan jedhe.+
-