1 Saamuʼel 17:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Achiis gootni tokko buufata Filisxeemotaa keessaa gad ni baʼe; maqaan isaa Goliyaad+ jedhama; inni nama Gaat+ yeroo taʼu, dheerinni isaa dhundhuma jaʼaa fi taakkuu tokko ture.* 1 Saamuʼel 17:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Miila isaatti gambaallee sibiila diimaa godhatee ture; bodee*+ sibiila diimaa tokkos dugda isaa irratti suuqqatee ture.
4 Achiis gootni tokko buufata Filisxeemotaa keessaa gad ni baʼe; maqaan isaa Goliyaad+ jedhama; inni nama Gaat+ yeroo taʼu, dheerinni isaa dhundhuma jaʼaa fi taakkuu tokko ture.*
6 Miila isaatti gambaallee sibiila diimaa godhatee ture; bodee*+ sibiila diimaa tokkos dugda isaa irratti suuqqatee ture.