1 Saamuʼel 16:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kanaafuu, Saamuʼel miʼa gaanfaa zayitichaa+ fudhatee obboloota isaa duratti isa dibe. Hafuurri Yihowaas guyyaa sanaa jalqabee Daawitiif humna ni kenne.+ Sana booda Saamuʼel kaʼee gara Raamaatti+ qajeele. 1 Saamuʼel 17:37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 Daawit itti fufuudhaan, “Yihowaan inni qeensa leencaa fi amaaketaa irraa na oolche, harka Filisxeemicha kanaa jalaas na oolcha” jedhe.+ Yeroo kanatti Saaʼol Daawitiin, “Dhaqi, Yihowaan sii wajjin haa taʼu” jedhe.
13 Kanaafuu, Saamuʼel miʼa gaanfaa zayitichaa+ fudhatee obboloota isaa duratti isa dibe. Hafuurri Yihowaas guyyaa sanaa jalqabee Daawitiif humna ni kenne.+ Sana booda Saamuʼel kaʼee gara Raamaatti+ qajeele.
37 Daawit itti fufuudhaan, “Yihowaan inni qeensa leencaa fi amaaketaa irraa na oolche, harka Filisxeemicha kanaa jalaas na oolcha” jedhe.+ Yeroo kanatti Saaʼol Daawitiin, “Dhaqi, Yihowaan sii wajjin haa taʼu” jedhe.