1 Saamuʼel 20:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Abbaan kee barbaadee yoo na dhabe ati, ‘Guutummaan maatii isaa waggaa waggaadhaan achitti aarsaa waan dhiheessuuf, Daawit hatattamaan gara magaalaa Beetaliheem+ akka dhaqu akkan isaaf heyyamu na kadhateera’ isaan jedhi.+
6 Abbaan kee barbaadee yoo na dhabe ati, ‘Guutummaan maatii isaa waggaa waggaadhaan achitti aarsaa waan dhiheessuuf, Daawit hatattamaan gara magaalaa Beetaliheem+ akka dhaqu akkan isaaf heyyamu na kadhateera’ isaan jedhi.+