1 Saamuʼel 26:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Yeroo booda namoonni Ziif+ gara Saaʼol isa Gibeʼaatti+ argamutti dhufanii, “Daawit tabba Hakiilaa isa Yeshiimon*+ fuullee jiru irra dhokateera mitii?” isaan jedhan. Faarfannaa 54:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Geggeessaa muuziqaatiif; meeshaawwan muuziqaa ribuu qabaniin kan faarfatamu. Maaskiil.* Faarfannaa Daawit yeroo Ziifonni dhufanii, “Daawit nu gidduutti dhokateera” jedhanii Saaʼolitti himanitti+ faarfate.
26 Yeroo booda namoonni Ziif+ gara Saaʼol isa Gibeʼaatti+ argamutti dhufanii, “Daawit tabba Hakiilaa isa Yeshiimon*+ fuullee jiru irra dhokateera mitii?” isaan jedhan.
Geggeessaa muuziqaatiif; meeshaawwan muuziqaa ribuu qabaniin kan faarfatamu. Maaskiil.* Faarfannaa Daawit yeroo Ziifonni dhufanii, “Daawit nu gidduutti dhokateera” jedhanii Saaʼolitti himanitti+ faarfate.